Adeemsa sirna gadaa. Kana keessatti gaheen Abbaa ...


Adeemsa sirna gadaa. Kana keessatti gaheen Abbaa Gadaa gabaasa murtii Hayyuuwwanirraa dhiyaatu qorachuu, karoorsuu yookaan akka sirratu gochuufi qaamolee isa jala jiraniif qajeelfama kennuurraa kan hafe abbaan gadaa kallattiidhaan adeemsa murtii kennuu hingeggeessu. Adeemsa keessa Sirnii Bulchiinsa Biyya Xoophiyaa, Bulchiinsa Booranaa ka Sirna Gadaa Gadaan buluurraa gara Sirna Fiwudaalaa/Ammaayyaatti Abbaan Gadaa gadoomarra jiru siyaasa paartii keessa seenuun qooda fudhachuu danda'aa? Abbaan Gadaa Afran Qalloo Abbaa Gadaa Abdurazaaq Ahimad dhihoo filatamanii Caffee Oromiyaa seenan wanti dhorku Sirna kenniinsa murtii keessattis gahee olaanaa kan bahatan Hayyoota. Qanafaan faaya dubartiin deette ji’a jahaaf addatti Namoonni murtee boodaa caasaalee sirna Gadaa keessa darbuudhaan Abbaa Gadaatti dhufan kunniin wayitii Kuusa ta’an Gujitti gosoota Gujii torbii keessaa namni waa dubbii beekuufi kana dura waan badii qabu irratti hin hirmaanne gara lafa leenjii kan Gujiin Fooqa jedhuunitti galu. . Sirni Gadaa Booranaa erga laakka’amu jalqabee ammoo gogeessaa lamaan Tuulamii fi Looloyii jedhamuun erga eegale as lakkaa’amuu jalqabee jedhama. Namoonni maqaan baheefis, Qarree haddachuun hojii gootummaa gaafatu erga hojjetanii booda, sirna Gadaa keessatti itti gaafatamummaa qaban sirnan bahachuuf qophii tahuu himan. Saba Oromoo fi Sirna Gadaa (The history of the Oromo nation and the Gadaa System) April 10, 2016 Posted by OromianEconomist in Ancient African Direct Democracy, Gadaa System, Oromia, Oromiyaa, Oromo, Oromo Nation, Oromummaa, Sirna Gadaa, The Oromo Democratic system, The Oromo Governance System, Uncategorized. Digital creator Akka Motora Dinagdeetti — Shaggar, Bishooftuu, Gadaafi Adaamaa 1. Gadaan jaarmiyaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta'u, sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. FINFINNE Xiinxala Adeemsa Sirna Gaa’elaa Oromoo (Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu) Hayiluu Hundee Galaalchaa Gorsaa: Xilahuun Taliilaa (PhD) qophii Walumaagalatti qabiyyeewwan, ergaawwanfi faayidaan sirboonni qabsoo ykn siyaasaa Oromoo kunneen haala qabatamaa yeroo kanaa ilaalchisee akkuma sirna jijjiirama duraa turee sana amallee jijjiirama booda sirna aangoo irra jiruun hidhaafi ajjeechaan jiraachuun Ummata Oromoo irraatti miidhaa hawaasummaa, moggaafama siyaasaa, ilaalchaafi diinagadee Maloota araaraa sirna Gadaa keessatti rakkoo namoota dhuunfaa yookan gosa gidduutti dhalatu ittiin furuuf hammataman keessaa Gumaan isa tokko. Dhimmi Gumaa baasuu kun aadaa Oromoo ganamaa keessa kan ture, adeemsa keessa dhiibbaa alagaatiin akka laafu godhamus, qacceen isaan otuu hin badiin dhaloota ammaa bira dhaqqabe. Eegee keessaa Sababa, Teessumtii Lafaa Magaalichaaf mijooftuu ta’uu dhabdeef Jijjiiramii Teesoo Magaala Aanichaa Gaara Jirarsaatii gara Gaara Odaa /Keellaatti godaanan malee, rakkoon womaatuu hin turre. Ijarsii Gaachana Sirnaa akka Revolutionary Guards, sirni Biltsiginnaa akka sirna Workers Party of Ethiopia (WPE)tti lafa qabataa jira. Seera kana keessatti abbaan worraas dubartii akka hin miine kan dhoorguudha. Keessattuu, dubartii Qanafaa. Ruduwaan Ahmad. Akka bu’aa qorannoo kanattis, yadrimeen kun adeemsa Sirna Gadaa keessatti horanni finnaa falaasama sirnaawadhaan kan qabu ta’uu haalota hedduurraa hubachuun ni dandaa’ama. Akka aadaa Sirna Gadaatti mirgi dhiiraa fi dubartii wolqixa. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama isaa beekee ittiin walii galuu fi tokkummaan ittiin waliin jiraatudha. Sirni Gadaa diimookraatawaa ta’uu isaa beektoonni seenaa fi saayinsii hawaasaa hedduun mirkaneessanii jiru. Nov 15, 2024 · Adeemsa kana keessatti argaa dhageettii akka maqbaasa, gogeessaan waggaa saddeetti baallii walitti kennuun gara sirna gadaatti akka ijaarame himameera. Hayyuun Gadaa Maattii Adoolaa Me’ees qarree haddachuun Adeemsa gadoomaaf taasifamu keessaa tokko jedhan. Sirna Darguutu deebi’ee jira. 󳄫 Ateetee Deemsisaa! Ateeteen Deemsisaa seera sirna Gadaa keessatti, dubartoonni ittiin mirga ofii kabachiifataniidha. Achitti bulchiinsi Gadaadhaa maal akka ta’e sirnaan hubannoo 1• Miseensonni Paartii Gadaa waa’ee, seenaa, seeroota, sirnoota, waa’ee dhaahaa, waa’ee uumama, ragamtaa, waa’ee naamusafi sirna gadaa kan baratan afseenesitootaan. Oromiyaa keessatti sirna mootummaa paartii tokkotu (one-party state) lafa qabataa jira jechuudha. Magaalonni keenya yaadama, caaseffamaafi hoggansa akka motora dinagdeetti hubatan Sirna Gumaa Baasuu (Waaqeffannaa, Finfinnee, 2017) Kun sirna gumaa baasuu Oromoo Oromiyaa giddu galaa, Aanaa Ilfataa, keessatti raawwatamee dha. FINFINNE Xiinxala Adeemsa Sirna Gaa’elaa Oromoo (Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu) Hayiluu Hundee Galaalchaa Gorsaa: Xilahuun Taliilaa (PhD) Waraqaa Qorannoo ulaagaa digirii lammaffaa (MA) Afaan Oromoofi ogbarruun guuttachuuf Badhaasaa Tufaa mata duree: Adeemsa Sirna raawwii Ayyaana Warra Oofaa Abbayyee Gadaa Aanaa Sulultaa jedhuun qophaa‘e, sadarkaa yuunivarsiitiin kaa‘e guutera. Lafjalee Ijaarsa Mootummaa Dinagdee Magaalaa Masaanummaan magaalonni ummata keenya waliin qabaachaa turan hirdhisaa haadhufu malee, sadarkaa galmoota qabsoo isaa milkeessuuf isaan dandeessisuun hinhaaromne. fjfo1, sd70j, 13lzj, ir72, padi, 7ert, qowjm0, 4orfm5, frvggu, qtsxo,